Miseensonni Paartii Badhaadhinaa keessumaa damee waajjira magaalaa Finfinnee jalatti socho’aniifi ''raayyaa miidiyaa’’ jedhamuun waamaman namoota mootummaa qeeqaniifi morman irratti gama Fesbuukiin ...
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad aangoo erga qabatanii booda mormitootni hedduun isaan deeggaruutti dhufaniiru, deeggartootni baayyeenis mormitoota isaanii ta'aniiru. Waggoota dhiyoo namooti ...